Baankiin Siinqee W.A mana jireenyaa fi Indastiirii gurguruu barbaada Indaasstirii



Bid closing date
Lootiidhan adda adda

Bid opening date
Lootiidhan adda adda

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25 %

Region


Baankiin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’ura Aangoo Labsii 97/1990 (akka fooyya’etti) kennameefiin gurguruu barbaada

T.L

Maqaa Liqeeffataa

Maqaa Nama /waldaa qabeenya qabsilsee

Damee Liqeesse

 

Teesson Qabeeya Caalbaasilf dhiyantee, Lakk.Kaartaa,fi Bal’ina Lafichaa

Ka’uumsa

Caalbaasii

Qarshiidhaan

Yeroo Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu

Marsaa Caalbaasii ba’e

 

Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate

Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/Gandaa/Lakk.Manaa

Lakk.Kaartaa

Bal’inaa fi Sadarkaa Lafichaa

Guyyaa

 

Yeroo

(Sa’aatii)

 

1

Soorsee Baabsaa Tufaa

 

Soorsee Baabsaa Tufaa

 

Finfinnee

 

Mana jireenyaa

 

Magaalaa Adaamaa ganda Bokkuu Shanan

898/2003/B

 

Bal’inni lafichan 180m2 Sad.Lafichaa2ffaa

4,397,782.04

 

04/08/2016

Waaree dura Sa’a 4:00-6:00

2 ffaa

 

2

Soorsee Baabsaa Tufaa

Soorsee Baabsaa Tufaa

Finfinnee

Mana jireenyaa

 

Magaalaa Adaamaa ganda Bokkuu Shanan

898/2003/A

 

Bal’inni lafichan 180m2 Sad.Lafichaa2ffaa

4,453,783.16

 

04/08/2016

Waaree booda Sa’a

8:00-10:00

2 ffaa

 

3

Indaastirili Buna qindeessuu moonig itti faafatamummaan isaa murtaa’e

Indaastirili Buna qindeessuu moonig itti faafatamummaan isaa murtaa’e

Gullallee

Indaasstirii

Galan

BMG/K/L/l/NTOL/2009

 

10,000m² sad.lafaa 2ffaa

 

68,493,196.72

 

16/08/2016

Waaree dura Sa’a 4:00-6:00

2 ffaa

 

4

Indaastirii Buna qindeessuu moonig itti faafatamummaan isaa murtaa’e

 

Indaastirili Buna qindeessuu moonig itti faafatamummaan isaa murtaa’e

 

Gullallee

Indaasstirii

Tulu Gurracha

BMG/K/L/157/2007

10,000m2 Sad.lafichaa2ffaa

 

54,300,800.60

 

16/08/2016

Waaree dura Sa’a 8:00-10:00

2 ffaa

 

Dambiiwwan Caalbaasii:

  1. Dorgomaan ykn bukka bu’aan seeraa dorgomaa gatii ka’uumsaa Caalbaasichaa 1/4faa Ajaja Baankii /C.P.O/ dhaan mirkanaa’e qofa qabsiisuun galmaa’un dorgomuu ni danda’a. Dorgomaan Caalbaasicha mo’ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo’ate kaffalee kan hin xumurre yoo ta’e, Qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta’ee, Caalbaasichi kan haqamu ta’a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba’uun uumamuuf ittigaafatamaa ta’a. Dorgomtoota Caalbaasicha mo’atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O’n qabsiisan guyyaadhuma sana deebi’aaf.
  2. Caalbaasii irratti argamuuu kan danda’u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenya ykn bakka bu’aa seeraa isaanii qofa ta’a.
  3. Caalbaasichi kan adeemsifamu teessoo/bakka qabeenyonni kanneen argamanitti ta’a.
  4. Kaffaltii Liizii fi kanneen biroo bitataan bu’uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa’ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo’ataan battala Caalbaasii mo’atee qabee kan kaffalu ta’a.
  5. Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu’ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu’insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
  6. Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen osoo hin gaggeessin haquuf mirgi isaa kan eegaamedha.
  7. Namni qabeenyota Caalbaasiif dhiyaatan kanneen illaaluu barbaadu, Dameewwan kanneen beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda’a.
  8. Bakki caalbaasiin itti geggeeffamu bakka qabeenyichi itti argamuttidha.
  9. Odeeffannoo dabalataaf:- Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-5576016), Damee Finfinnee (0115580647) fi Damee Gullallee(+251910182589), ta’e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda’a.

Baankii Siinqee W.A

 

Company Info

Siinqee Bank Share Company

ሲንቄ ባንክ አ.ማ.

Address Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower