M/Murtii Ol/God/Shawaa Bahaa mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Guyyaan fi Sa’aatiin Cufinsaa hin ibsamne

Bid opening date
Guyyaan fi Sa’aatiin Baninsaa hin ibsamne

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond

Region


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Obbo Asaffaa Mokonniin fi M/A/Idaa Obbo Nagaash Nugusee jidduu falmii siivilii jiru ilaalchisee manni jireenyaa Lakk. Kaartaa isaa ta’e bal’inni isaa _M² Magaalaa Maqii ganda Odaa keessatti argamu kan qabeenyaa M/A/Idaa kan ta’e ka’uumsa caalbaasii qarshii 1,433,232.27/100tiin caalbaasii ifa ta’een akka gurguramu murtaa’eera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan sa’aatii 3:30 hanga 6:00tti mooraa mana caalbaasiin gurguramuutti guyyaafi sa’aatii jedhametti argamuudhan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/Murtii Ol/God/Shawaa Bahaa.

Company Info