M/Murtii Aanaa Walisoo mana jireenyaa gurguuru barbaada



Bid closing date
Gaafa 08/08/2016 sa’aatii 4:00 hanga 6:30tti

Bid opening date
Gaafa 08/08/2016 sa’aatii 4:00 hanga 6:30tti

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond

Region


Caalbaasii

R/himattoonni 1 ffaa Suraafeel Xilaahuun fa’aa namoota 4 fi R/himatamtoonni dhaaltoota Mulunash Hayiluu ffaan Ma’aazaa Xilaahuun fa’aa namoota 5 jidduu falmii jiru ilaalchisee lafa mana jireenyaa lakk. Kaartaa W/1190/89 bal’inni isaa 316M² Magaalaa Walisoo ganda Ayeetuu keessatti maqaa Aadde Mulunash Hayiluutiin galmaa’ee jiru ka’uumsa caalbaasii qarshii 2,397,001.68tiin caalbaasiin bakka manaatti gaafa 08/08/2016 sa’aatii 4:00 hanga 6:30tti gatii olaanaa argameen akka gurguramu murtaa’eera. Kanaafuu caalbaasii kanarratti namoonni dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan iddoo, guyyaa fi sa’aatii jedhametti qaamaandorgomuun bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/Murtii Aanaa Walisoo.

Company Info

Weliso Wereda Court

ወሊሶ ወረዳ ፍ/ቤት

Address ኦሮሚያ ክልል በደቡብ ምዕራብ ሸዋ ዞን ወሊሶ ከተማ ወሊሶ ወረዳ ፖሊስ ጽ/ቤት አጠገብ
Phone +251 11 341 0013