M/Murtii Aanaa Sabbataa Awwaas mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Gaafa guyyaa 07/08/2016 ganama keessaa sa’aatii 3:00 hanga 6:30tti

Bid opening date
Gaafa guyyaa 07/08/2016 ganama keessaa sa’aatii 3:00 hanga 6:30tti

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25 %

Region


Caalbaasii

R/himattoota Obbo Biruuk Tasfayee fa’aa Namoota 4 fi R/himatamtootaa Dastaa Daadhii fa’aa namoota 3 jidduu falmii qabiyyee dhaalaa jiru ilaalchisee lafa mana jireenyaa bal’inni isaa 141.68 ta’e irratti ijraaramee Magaalaa Tafkii ganda 04 keessatti argamu ka’uumsa caalbaasii qarshii 937,498.46tiin caalbaasii ifa ta’een gurguramee wal falmitootaaf akka qoodamu murtaa’eera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu bitachuu barbaaddan tilmaama dhiyaaterraa qarshii 1/4 (%25) ykn ragaa /CPO/ dursa qabsiisuu namoonni danda’an dhiyaattanii caalbaasii ifa ta’een gaafa guyyaa 07/08/2016 ganama keessaa sa’aatii 3:00 hanga 6:30tti dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

 M/Murtii Aanaa Sabbataa Awwaas

Company Info