M/Murtii Aanaa Sabbataa Awwaas mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Gaafa 07/08/2016 keessaa sa’aatii 4:00 hanga 6:00tti

Bid opening date
Gaafa 07/08/2016 keessaa sa’aatii 4:00 hanga 6:00tti

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25 %

Region


Caalbaasii

R/Himattuun Aadde Maartaa Taaddasaa fi R/himatamaa Obbo Fiqiruu Zawudee jidduu falmii dhirsaa fi niitummaa jiru ilaalchisee manni jireenyaa Lakk. Kaartaa isaa TF/007/2000 ta’e bal’inni isaa 200M² irratti argamu Magaalaa Tafkii ganda 04 keessatti ijaaramee jiru qorqoorroo luukii 65 ofirraa qabu yeroo 2ffaf ka’uumsa Caalbaasii qarshii 1,100,000tiin caalbaasii ifa ta’een gaafa 07/08/2016 keessaa sa’aatii 4:00 hanga 6:00tti gurguramee wal falmitootaaf akka qoodamu murtaa’eera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan tilmaama dhiyaaterraa qarshii 1/4 ykn ragaa /CPO/ dursa qabsiisuu namoonni danda’an dhiyaattanii caalbaasii ifa ta’een dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/Murtii Aanaa Sabbataa Awwaas.

Company Info