M/Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Guyyaan fi Sa’aatiin Cufinsaa hin ibsamne

Bid opening date
Guyyaan fi Sa’aatiin Baninsaa hin ibsamne

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25%

Region


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Gannat Bagaashawu fi M/A/Idaa Obbo Aschaalaw Biyaazin jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee manni jireenyaa Lakk. Kaartaa isaa 658/03 ta’e bal’inni isaa 200M² Magaalaa Adaamaa Aanaa Hangaatuu keessatti maqaa M/A/Idaa kanaan galmaa’ee argamu ka’uumsa caalbaasii qarshii 5,357,282.7tiin caalbaasii ifa ta’een akka gurguramu murtaa’eera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan tilmaama dhiyaaterraa qarshii 1/4 ykn ragaa /CPO/ dursa qabsiisuun bakka qabeenyichi itti argamu Bul/Mag/Adaamaa Aanaa Hangaatuutti sa’aatii 4:00 hanga 6:00tti argamuudhan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Boolee

Company Info