M/M/Ol/Magaalaa Shaggar mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Gaafa 29/08/2016 sa’aatii 3:00 – 6:00tti

Bid opening date
Gaafa 29/08/2016 sa’aatii 3:00 – 6:00tti

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25%

Region


Caalbaasii

Falmii hariiroo hawaasaa R/himataa Taammanee Arraageefi R/himatamaa Biruuk Girmaa gidduu waa’ee raawwachiisa murtii jiru ilaalchisee Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Shaggar qabeenyaa R/himatamaa kan ta’e manni jireenyaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaalee Magaalaa Muka Xurrii keessatti argamu qorqoorroo baallee 40 ofirraa qabu tilmaama ka’umsa caalbaasii qarshii 600,000tiin gaafa 29/08/2016 sa’aatii 3:00 – 6:00tti koreen caalbaasii raawwachiisuuf dhaddachi hundeesse iddoodhuma manichi argamutti caalbaasii ifaa ta’een gatii argameen akka gurguru waan ajajameef kan bitachuu barbaaddan CPO ka’umsa caalbaasii 1/4ffaa qabsiisuudhaan bakka qabeenyichi argamutti argamtanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/M/Ol/Magaalaa Shaggar.

Company Info