M/M/Ol/G/Sh/Kibba Lixaa Gamoo darbii lamaa qabu gurguruu barbaada



Bid closing date
Gaafa 17/08/2016 sa’aatii 3:00-8:00tti

Bid opening date
Gaafa 17/08/2016 sa’aatii 3:00-8:00tti

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25%

Region


Caalbaasii

R/himataa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Kutaa Magaalaa Qirqoosiifi R/himatamaan Abdulhakiim Bulloo aa gidduu falmii raawwachiisa murtii jiru ilaalchisee qabeenyaa raawwiin himatamaa kanaa kan ta’e Gamoo abaa darbii lamaa G/Sh/Kibba Lixaa Aanaa a Gooroo Magaalaa Gooroo keessatti kan argamu Lakk. Kaartaa isaa Bu/G/30/412 kan ta’e ka’umsa caalbaasii qarshii 12,496,680.00tiin gaafa 17/08/2016 sa’aatii 3:00 – 8:00tti caalbaasii ifa ta’een akka gurguramu manni murtii ajajeera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan iddoo qabeenyichi argamutti dhiyaattanii ka’umsa caalbaasirraa CPO 1/4ffaa qabsiisuudhaan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/M/Ol/G/Sh/Kibba Lixaa.

Company Info