M/M/Aanaa kutaa Magaalaa Gafarsa Gujee mana jireenyaa gurguuru barbaada



Bid closing date
Gaafa 03/08/2016 sa’aatii 3:00-6:30tti

Bid opening date
Gaafa 03/08/2016 sa’aatii 3:00-6:30tti

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25%

Region


Caalbaasii

R/himattuun Aadde Asnaaquu Hirphasaa fi R/himatamaa Bayyuu Dabbabaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenyaa R/Himatamaa Kana ta’e mana jireenyaa Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii keessatti kaaree meetira 200 irratti argamu ka’uumsa caalbaasii qarshii 196,477.103tiin gaafa 03/08/2016 sa’aatii 3:00 – 6:30tti bakka qabeenyi kun argamutti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan waraqaa eenyummaa keessan ibsu yoo bakka bu’aa taatanimmoo bakka bu’ummaa keessan qabattanii tilmaama dhiyaaterraa qarshii 1/4 qabachuudhaan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/M/Aanaa kutaa Magaalaa Gafarsa Gujee.

Company Info