M/M/Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Gaafa 14/08/2016 sa’aatii 3:00—5:00tti

Bid opening date
Gaafa 14/08/2016 sa’aatii 3:00—5:00tti

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25%

Region


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Misiraaq Seefuu fa’aa N-2 fi M/A/Idaa Aadde Itiyoophiyaa Birhaanuu fa’aa N-4 jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Ganda Gooroo keessatti argamu Lakk. Kaartaa isaa 356/70 kan ta’e maqaa M/A/Idaa Aadde Itiyoophiyaa Birhaanuutiin galmaa’ee argamu bali’ina lafaa 250M² irratti argamuu ka’uumsa caalbaasii qarshii 970,361.2tiin gaafa 14/08/2016 sa’aatii 3:00—5:00tti akka gurguramu manni murtii ajajeera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti lodorgomuudhaan bitachuu barbaaddan tilmaama dhiyaaterraa qarshii 1/4 CPO qabsiisuun bakka qabeenyichi argamutti dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan manni murtii ajajeera.

M/M/Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee

Company Info