M/M/A/Kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Gaafa 05/08/2016 sa’aatti 3:00 hanga sa’aatti 6:00tti

Bid opening date
Gaafa 05/08/2016 sa’aatti 3:00 hanga sa’aatti 6:00tti

Published on

Kallacha Oromiyaa

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond

Region


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Maabaraat Haddis -Simarat Maabraatuu, Tsaggaa Maabraatuu, Natsnnat Maabraatuu, Iskadar Maabraatuufi Aadde Gannat Adafris jiddu falmii raawwii jiru ilaalchisee ilaalchisee mana jireenyaa duraan Magaalaa Adaamaa Caaseffama ammaatin kutaa Maagalaa Bokkuu Shananii Aanaa Haroorettii keessatti lafa 105M² ta’e irra jiru Lakk. Kaartaa B/SH/1109/2000 ta’e maqaa R/Himatamtuu Aadde Gannat Adafris galmaa’ee jiru Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bokkuu shaman caalbaasii ifaan ta’een dorgoomsiisee akka gurguramu waan ajajeef, namooni bitachuu barbaaddan gaafa 05/08/2016 sa’aatti 3:00 hanga sa’aatti 6:00tti caalbaasichi banamee dorgomtoota dhiyaataniif gatii ka’uumsaa ol gatii ol’aanaa argametti nanichi caalbaasiif dhiyaate kun waan gurguramuuf

1. Caalbaasii moo’ataan harka %25 guyyaa caalbaasii mo’ee kan kaffalu ta’u dirqama kan qabu yoo ta’u qarshii hafe immoo achi booda guyyoota 15 keesatti kaffaludhaaf dirqamaqaba.

2. Moo’ataan mallaqa dursa qabamuu qabu ykn gurgurataan irraa deebidhaan kan gaggeffamu yoo ta’u baasiin gurgurtaa akka haaraatti itti bahu itti gaafatamummaan kan irratti kufu ta’uu akkasumas maallaqnni inni dursee qabsiise baasiwwan irraa hir’ifamnii kan mootummaaf galii ta’uu akka beektan dabalataan manni murtii ni beeksisa.

M/M/A/Kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan.

 

 

 

 

Company Info