M/M/A/Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa mana jireenyaa gurguuruu barbaada



Bid closing date
Gaafa 27/07/2016 sa’aatii sa’aatii 4:00 hanga sa’aatii 6:30

Bid opening date
Gaafa 27/07/2016 sa’aatii sa’aatii 4:00 hanga sa’aatii 6:30

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25%

Region


Caalbaasii Yeroo 2ffaa

R/Himattoonni obbo Miniyaahil Darajjee fa’aa N-4 fi R/Himatamtuun Beeteliheem Darajjee jidduu falmii raawwachiisa murtii jiru Mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Aanaa Badhaatuu keesatti argamu Lakk. mana 357 kan ta’e lafa kaareemeetira 117.15M² irratti maqaa du’aa Obbo Dubbaalaa Wandimmaaganyiitiin galmaa’ee argamu gatii ka’umsaa caalbaasii qarshii 969,416.25tiin caalbaasiin ifaa ta’een gaafa 27/07/2016 sa’aatii sa’aatii 4:00 hanga sa’aatii 6:30 akka gurguramu manni murtii ajajaeera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barabaaddan ka’umsa caalbaasirraa 1/4 CPOn dursa baankiitti qabsiisuudhaan waraqaa eenyummaa keessan qabattanii dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

M/M/A/Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa.

Company Info