Baankiin Siingee W.A mana gurguruu barbaada



Bid closing date
Lootiidhaan adda adda

Bid opening date
Lootiidhaan adda adda

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25 %

Region


Baankiin Siingee W.A Qabeenya armaan gadii bu’ura Aangoo Labsii 97/1990 (akka fooyya’etti) kennameefiin gurguruu barbaada

T.L

Maqaa Liqeeffataa

Maqaa Nama qa- beenya qabsiisee

Damee Liqeesse

Teessoo Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee, Lakk.Kaartaa, fi Bal’ina Lafichaa

Ka’uumsa

Caalbaasii

Qarshiidhaan)

 

Yeroo Caalbaasiiin itti

gaggeeeffamu

Marsaa Caalbaasii/Caalbaasiin kan ba’e

 

Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate

Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/Gandaa/Lakk.Manaa

Lakk.Kaartaa

 

Bal’ina fi Sadarkaa Lafichaa

Guyyaa

 

Yeroo

(Sa’aatii)

 

1

Qannaa Tashomaa

Altaayyee Abbabaa

Qaaqee

 

Mana

 

Godina Qellem Wallagaa Magalaa Qaaqee  Ganda 01

589/W/B/BIFLM

 

200M²

 

177,019.47

 

14/08/2016

 

4:00-6:00

 

1ffaa

 

2

Obsaa Taddasaa

Abbunee Hayiluu

Qaaqee

Mana

Godina Qellem Wallagaa

518/WMMLM/Q/

 

500m²

 

255,173.16

 

14/08/2016

 

7:00-9:00

1ffaa

3

Olikaa Tasfaa

Olikaa Tasfaa

J/sayyoo

 

Mana

 

Godina Qellem Wallagaa Magalaa D/Dolloo Ganda Dolloo

13427/WBIFLM/14

200m²

315,625

 

15/08/2016

 

4:00-6:00

 

1ffaa

 

4

Burtukaan Alamayyoo

Buraayuu Tolasaa

 

J/sayyoo

 

Mana

Godina Qellem Wallagaa Magalaa D/Dolloo Ganda Dolloo

12175/WBIFLM/12

264m²

38437.81

 

15/08/2016

 

7:00-9:00

1ffaa

5

Imaamuu Gammadaa

Imaamuu Gammadaa

Qaaqee

Mana

Godina Qellem Wallagaa Magalaa Qaaqee  Ganda 01

421/WBIFMQ

200m²

169,193.89

 

16/08/2016

 

4:00-6:00

1ffaa

 

6

Dimbaashaa Hambisaa

Dimbaashaa Hambisaa

Canqaa

Mana

Godina Qellem Wallagaa Magalaa Qaaqee  Ganda 01

114/MML/2014

200m²

278,301.70

 

16/08/2016

 

7:00 -9:00

1ffaa

Dambiiwwan Caalbaasii:

  1. Dorgomaan ykn bukka bu’aan seeraa dorgomaa gatii ka’uumsaa Caalbaasichaa 1/4ffaa Ajaja Baankii /C.P.O/ dhaan mirkanaa’e qofa qabsiisuun galmaa’un dorgomuu ni danda’a. Dorgomaan Caalbaasicha mo’ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo’ate kaffalee kan hin xumurre yoo ta’e, Qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta’ee, Caalbaasichi kan haqamu ta’a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba’uun uumamuuf ittigaafatamaa ta’a. Dorgomtoota Caalbaasicha mo’atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O’n qabsiisan guyyaadhuma sana deebi’aaf.
  2. Caalbaasii irratti argamuuu kan danda’u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenya ykn bakka bu’aa seeraa isaanii qofa ta’a.
  3. Caalbaasichi  kan adeemsifamu teessoo/bakka qabeenyonni kanneen argamanitti ta’a.
  4. Kaffaltii Liizii fi kanneen biroo bitataan bu’uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa’ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo’ataan battala Caalbaasii mo’atee qabee kan kaffalu ta’a.
  5. Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu’ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu’insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
  6. Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen osoo hin gaggeessin haquuf mirgi isaa kan eegaamedha.
  7. Namni qabeenyota Caalbaasiif dhiyaatan kanneen illaaluu barbaadu, Dameewwan kanneen beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda’a.
  8. Bakki caalbaasiin itti geggeeffamu Godina Qellem Wallagaa Magalaa D/Dolloo Ganda 05 bakka Baankii Siiqee Damee Jahan Sayyootti.
  9. Odeeffannoo dabalataaf:- Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa Wajjira Muummee (011- 5576016), Distiriktii Naqamtee 057 661 80 11,Damee Jahan Sayyoo 057550757 Damee Qaaqee 057442552 fi Damee Canqaa_0910587999 irratti bilbiluun gaafachuun ni danda’a.

 Baankii Siinqee W.A

Company Info

Siinqee Bank Share Company

ሲንቄ ባንክ አ.ማ.

Address Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower