Baankiin Siinqee W.A mana gurguruu barbaada
(Mar 21, 2024)
Baankiin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’ura Aangoo Labsii 97/1990 (akka fooyya’etti) kennameefiin gurguruu barbaada
T.L |
Maqaa Liqeeffataa |
Maqaa Nama qa- beenya qabsiisee |
Damee Liqeesse |
Teessoo Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee, Lakk.Kaartaa, fi Bal’ina Lafichaa |
Ka’uumsa Caalbaasii Qarshiidhaan)
|
Yeroo Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu |
Marsaa Caalbaasii/ Caalbaasiin kan ba’e
|
||||
Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate |
Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/ Gandaa/Lakk.Manaa |
Lakk.Kaartaa
|
Bal’ina fi Sadarkaa Lafichaa |
Guyyaa
|
Yeroo (Sa’aatii)
|
||||||
1 |
Qannaa Tashomaa |
Altaayyee Abbabaa |
Qaaqee
|
Mana
|
Godina Qellem Wallagaa Magalaa Qaaqee Ganda 01 |
589/W/B/BIFLM
|
200M²
|
177,019.47
|
23/07/2016
|
3:00-5:00
|
1ffaa
|
2 |
Obsaa Taddasaa |
Abbunee Hayiluu |
Qaaqee |
Mana |
Godina Qellem Wallagaa |
518/WMMLM/Q/
|
500m²
|
255,173.16
|
23/07/2016
|
8:00-10:00 |
1ffaa |
3 |
Olikaa Tasfaa |
Olikaa Tasfaa |
J/sayyoo
|
Mana
|
Godina Qellem Wallagaa Magalaa D/Dolloo Ganda Dolloo |
13427/WBIFLM/14 |
200m² |
315,625
|
24/07/2016
|
4:00-6:00
|
1ffaa
|
4 |
Burtukaan Alamayyoo |
Buraayuu Tolasaa
|
J/sayyoo
|
Mana |
Godina Qellem Wallagaa Magalaa D/Dolloo Ganda Dolloo |
12175/WBIFLM/12 |
264m² |
38437.81
|
24/07/2016
|
8:00-10:00 |
1ffaa |
5 |
Imaamuu Gammadaa |
Imaamuu Gammadaa |
Qaaqee |
Mana |
Godina Qellem Wallagaa Magalaa Qaaqee Ganda 01 |
421/WBIFMQ |
200m² |
169,193.89
|
23/07/2016
|
5:00-7:00 |
1ffaa
|
6 |
Dimbaashaa Hambisaa |
Dimbaashaa Hambisaa |
Canqaa |
Mana |
Godina Qellem Wallagaa Magalaa Qaaqee Ganda 01 |
114/MML/2014 |
200m² |
278,301.70
|
24/07/2016
|
5:00-7:00 |
1ffaa |
Dambiiwwan Caalbaasii:
- Dorgomaan ykn bukka bu’aan seeraa dorgomaa gatii ka’uumsaa Caalbaasichaa 1/4faa Ajaja Baankii /C.P.O/ dhaan mirkanaa’e qofa qabsiisuun galmaa’un dorgomuu ni danda’a. Dorgomaan Caalbaasicha mo’ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo’ate kaffalee kan hin xumurre yoo ta’e, Qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta’ee, Caalbaasichi kan haqamu ta’a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba’uun uumamuuf ittigaafatamaa ta’a. Dorgomtoota Caalbaasicha mo’atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O’n qabsiisan guyyaadhuma sana deebi’aaf.
- Caalbaasii irratti argamuuu kan danda’u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenya ykn bakka bu’aa seeraa isaanii qofa ta’a.
- Caalbaasichi kan adeemsifamu teessoo/bakka qabeenyonni kanneen argamanitti ta’a.
- Kaffaltii Liizii fi kanneen biroo bitataan bu’uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa’ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo’ataan battala Caalbaasii mo’atee qabee kan kaffalu ta’a.
- Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu’ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu’insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
- Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen osoo hin gaggeessin haquuf mirgi isaa kan eegaamedha.
- Namni qabeenyota Caalbaasiif dhiyaatan kanneen illaaluu barbaadu, Dameewwan kanneen beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda’a.
- Bakki caalbaasiin itti geggeeffamu Godina Qellem Wallagaa Magalaa D/Dolloo Ganda 05 bakka Baankii Siiqee Damee Jahan Sayyootti.
- Odeeffannoo dabalataaf:- Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa Wajjira Muummee (011-5576016), Distiriktii Naqamtee 057 661 80 11,Damee Jahan Sayyoo 057550757 Damee Qaaqee 057442552 fi Damee Canqaa 0910587999 irratti bilbiluun gaafachuun ni danda’a.
Baankii Siinqee W.A