Baankiin Siinqee W.A Damee Saaxxaamaa Tiraaktara gurguruu barbaada



Bid closing date
Lootiindhaan adda adda

Bid opening date
Lootiindhaan adda adda

Published on

(Mar 21, 2024)

Posted

Bid document price

Bid bond
25%

Region


Baanklin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’ura Aangoo Labsii 1147/2011 tiin kennameefiin gurguruu barbaada

T.L

Maqaa Liqeeffataa

Maqaa Nama /waldaa qabeenya qabsiisee

Damee Liqeesse

 

Teesson Qabeeya Caalbaasilf dhiyantee, Lakk.Gabatee fi Bara omisha

Ka’uumsa

Caalbaasii

Qarshiidhaan

Yeroo Caalbaasiiin itti

gaggeeeffamu

Marsaa

Caalbaasii ba’e

 

Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate

Magaala/Kutan Magaalaa/Aanaa/ Gandaa

Lakk.Gabatee fi modela

Humna isa fi bara Omisha

Guyyaa

 

Yeroo (Sa’aatii)

 

1

W/Mohaammad Roozaa fi Kuleefi

W/Mohaammad Roozaa fi Kuleefi

Saxxammaa

 

Tiraaktara

 

Magaalaa Gaattira ganda 01 (Waajjira balchiinsaa Aanaa Keessa)

SA-3235 ORO Modela 5075E

 

Bara omisha 2021 A.L.A/ Hindii Humni isa HF (75)

1,374,975

 

04/08/2016

Waaree dura Sa’a 4:00-6:00

 

1 ffaa

 

2

W/Xaahir Shamsuu fi Mahaammad

 

W/Xaahir Shamsum fi Mahaammad

 

Saxxammaa

 

Tiraaktara

 

Magaalaa Gaattira ganda 01 (Waajjira balchiinsaa Aanaa Keessa)

SA-3638 ORO

Modela 6095B

Bara omisha 2021 A.L.A/Humni isaa HF 95

1,403,325

 

05/08/2016

Waaree dura Sa’a 4:00-6:00

1 ffaa

 

Dambiiwwan Caalbaasii:

  1. Dorgomaan ykn bakka bu’aan seeraa dorgomaa gatii ka’uumsaa Caalbaasichaa ¼ ffaa Ajaja Baankii /C.P. O dhaan mirkanaa’e qofa qabsiisuun galmaa’un dorgomuu ni danda’a. Dorgomaan Caalbaasicha mo’ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo’ate kaffalee kan hin xumurre yoo ta’e, Qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta’ee, Caalbaasichi kan haqamu ta’a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba’uun uumamuufitti gaafatamaa ta’a. Dorgomtoota Caalbaasicha mo’atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O’n qabsiisan guyyaadhuma sana deebi’aaf.
  2. Caalbaasii irratti argamuu kan danda’u dorgomaa, liqeeffataa/qabsiisaa qabeenya ykn bakka bu’aa seeraa isaanii qofa ta’a.
  3. Caalbaasichi kan adeemsifamu teessoo/bakka qabeenyonni kanneen argamanitti ta’a.
  4. Kaffaltii jijjirraa maqaa,kaffaltii taaksii Gumurukaa fi kanneen biroo bitataan/ moo’ataan bu’uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa’ee/dirqamu battala Caalbaasii mo’atee qabee kan kaffalu ta’a.
  5. Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu’ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu’insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
  6. Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen osoo hin gaggeessin haquuf mirgi isaa kan eegaamedha.
  7. Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana illaaluu barbaadu, Damee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda’a.Bakki caalbaasii magaalaa Gaattira ganda 01 waajjira Bulchinsa Aanaa saxxammaa keessa.

Odeeffannoo dabalataaf:

Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Saxxammaa (047 655 0101), ta’e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda’a.

Baankii Siinqee W.A

 

 

 

 

 

Company Info